Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Laakkossaa 15:37-41

Seera Marroo Handaara Woya’aa

37 Mootiin Waan Maraa Muuse’een, 38 «Ati Israa’elootaan, ‹Mootiin Waan Maraa: Isin qaccee woyaa teessanii irratti handaara itti baafadha’a; handaara tokko tokkooyyuu irratti jirbii bifa cuquliisaa itti hidha’a. Dhalooti dhufu martinuu tana godhuu ti. 39 Waan gadhaan keessan halche, waan ilti teessan dhaggite gula ideentanee akka hin sagaagalle, akka isin ajaja kiyya maraaf ajajantanu handaarri kun isin qaabachiisa. 40 Achiin duuba isin ajaja kiyya maraaf ajajamiisa hin qaabattan; ana Waaqa keessaniifille hin woyyoontan. 41 Ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan, ka Waaqa isinii te’iisaaf biyya Gibxi’ii keessaa isin baase; ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan jedha› jedhiin» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.