Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Laakkossaa 15:38,39

38 «Ati Israa’elootaan, ‹Mootiin Waan Maraa: Isin qaccee woyaa teessanii irratti handaara itti baafadha’a; handaara tokko tokkooyyuu irratti jirbii bifa cuquliisaa itti hidha’a. Dhalooti dhufu martinuu tana godhuu ti. 39 Waan gadhaan keessan halche, waan ilti teessan dhaggite gula ideentanee akka hin sagaagalle, akka isin ajaja kiyya maraaf ajajantanu handaarri kun isin qaabachiisa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.