Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Seera Laakkossaa 18:21,24

Qooda Lewwootaa

21 «Lewwooti Dunkaanii Woldeenna’aa keessa waan tajaajilanuuf, waan kolbaan Israa’elii kudhan keessaa tokko naaf fiddu mara ani isaaniif dhaala godhee kenneera. 24 Waan Israa’elooti kudhan keessa tokko kennansa addaa godhanee ana Mootii Waan Maraatiif dhikeessanu, ani Lewwootaaf kenneera; tanaaf ani isaaniin, ‹Israa’eloota oddu’utti lafa dhaaltanu hin qabaattanu› jedheera» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.