Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Rooma'aa 10

17 Maarre, dhugeeffannaan Oduu Gammadaa dhage’iisa irraa dhutti; Oduun Gammadaalle karaa jecha Kiristoosiitiin dhutti.

18 Ani ammoo, isaan dhugumaan hin dhageennee? Jedhee gaafadha. Dhugumaan isaan dhage’aneeran; sababille Barreeffam Woyyichi,

«Qoonqoon isaanii lafa maratti dhage’ante;

dubbiin isaaniille haga qaccee biyya lafaa dhaqqadde» jedha.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também