Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Rooma'aa 10:8,9

8 Ammoo maan jetti ree?

«Jechi Waaqaa si bira,

hidhii teeti irraa fi gadhaa keeti keessa jira» jetti.

Sunille, jecha dhugeeffanna’aa ka nuuti lallannu. 9 Yesuus Goottaa akka te’e, afaan keetiin yoo dhugaa baate, Waaqi du’a keessaa akka isa kaaselle, gadhaa keessatti yoo dhugeeffatte, ati hin fayyita.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.