9 Yesuus Goottaa akka te’e, afaan keetiin yoo dhugaa baate, Waaqi du’a keessaa akka isa kaaselle, gadhaa keessatti yoo dhugeeffatte, ati hin fayyita. 10 Nami gadhaa keessatti dhugeeffatee balchooma; afaaniin dhugaa bayee fayya.
Publicidade
Worra Rooma'aa 10
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.