Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Rooma'aa 11:33-36

Galata Waaqaa Gale

33 Durummaan Waaqaa attam attam guddo’o! Beekkumaa fi qarummaan isaa attam attam gad fagaatti! Muraa isaa qorqoriisa eentu dande’a? Karaa isaa eentu hubatiisa dande’a?

34 Barreeffam Woyyichi,

«Yaada Gootta’aa eentu beeka?

Yookiin eentu gorsa isaaf kennu’uu dande’a ree?

35 Yookiin akka inni deebisee isaaf kennuuf,

eentu kennansa Waaqaaf kenneera ree?» jedha.

36 Sababille wonni maraa isaan dadamee,

karaa isaatii fi isaaf jiraata.

Ulfinni haga bara baraa isaaf te’u! Ameen!11:36 1 Qor. 8:6

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.