Le’ii Waaqa Tajaajiliisaaf Malte
1 Maarre obboleeyyan tiyya! Namummaa keessan, ciincaa Waaqa gammachiisu, jiraata’aa fi woyyicha gootanee akka dhikeessitanu, marartii Waaqaatiin isin kadhadha; waaqonfannaan dhugittiin12:1Dhugittiin: Ayyaantittiin isii tana.
11 Jabaadha’aa huja’a malee, gadhee hin te’ina’a. Ayyaana finiineen Goottaa tajaajila’a.