Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Rooma'aa 12

19 Jaalota tiyya! Mufiin Waaqaa haluu baatuutii malee, isin ijjumaa haluu hin bayina’a. Barreeffam Woyyichi, «Ka haluu bawuu fi ka gatii halu’uu kaffalu ana jedha Goottaan Waaqi» jedha. 20 Addee haluu baatu, akkuma Barreeffam Woyyichi, «Diinni keeti yoo beelote, nyaachis, yoo dheebote obaas; Yoo akkas goote qaani’iin akka gubatu goota» jedhu tolchi. 21 Hantuu dansa’aan injifadhu malee, hantuun si hin injifatin.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também