6 Akka Badhaadha Waaqi nuuf kenneetitti nuuti kennansa gara garaa qanna. Kennansi keenna raaga raaguu yoo te’e, qixxee dhugeeffannaa qannuutitti raannuu ti; 7 kennansi keenna worra dhibii tajaajiluu yoo te’e, jabaannee tajaajilluu ti; kennansi keenna barsiisiisa yoo te’e, akka maltetti barsiinnuu ti;
Publicidade