Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Rooma'aa 16

Nageya Ergame

1 Obboleettii teenna Feebeen, ta wolde’a kiristaanaa ka Kanchire’aa keessa tajaajiltu, nama dansaa akka teete akka beettanu barbaada. 2 Akkuma kolbaa Waaqaatiif maltetti, maqaa Gootta’aatiin isii fudhadha’a! Isiin kolbaa heddu’uu fi analle waan qarqaarteertuuf, qarqaarsa isiin isin irraa barbaaddu maraayyuu isi’iif kenna’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também