Pular para o conteúdo
Publicidade

Romanos 2

6 Waaqi nama tokko tokkoofuu akkuma hujii isaatitti hin kenna. 7 Inni worra ossee waan dansaa hujaa ulfinna, guddinnaa fi jiruu hin banne Waaqa biraa dhaggatiisaaf barbaaduuf, jiruu bara baraa hin kenna. 8 Worri dhibiin mataa ifii jaalatee waan dokonkora te’e hordofiisaaf dhugaa didane; Waaqi mufi’ii fi muraa ifii isaanitti hin fida. 9 Dhiphinnii fi rakkinni worra waan hantuu huju mara irratti, dursee Yihudoota irratti akkasuma worra Yihudoota hin te’in irralle’etti hin dhufa. 10 Waaqi ammoo ulfinna, guddinnaa fi nageya worra waan dansaa hujatu maraaf, dursee Yihudootaaf akkasuma worra Yihudoota hin te’iniifille hin kenna. 11 Waaqi nama wol hin caalchisu.

Veja também