Publicidade

Romanos 5

Duuti Addaamiin, Jiruun Kiristoosiin

12 Karaa nama tokkochaatiin cubbuun gara biyya lafaa dhutte; cubbuulle du’a fidde. Akkasuma nami maraa cubbuu Addaamiitiin waan cubbameef, duuti sanyii namaa maratti dhutte.

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-29_22-07-56-