20 Isin yennaa garboota cubbu’uu teetane, balchummaa jalaa bilisa jirtaniiyyu. 22 Amma ammoo cubbuu jalaa baatanee garboota Waaqaa waan teetaneef woyyummaa hin dhaggatan; muummeen woyyumma’aalle jiruu bara baraa ti.