Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Rooma'aa 7

Wodhaantoo Jiruu Namaa Keessa Jirtu

14 Seerri ayyaanticha akka te’e hin beenna. Ani ammoo nama foonii, ka garbicha cubbu’uu te’iisaaf gurgurameeru. 15 Ani waan godhu hin hubadhu; ani waan godhiisaaf barbaadu hin godhu, ammoo waan jibbu godha.7:15 Gal. 5:17 16 Ani eega waan hin barbaanne godhu teete, Seerri dansaa akka te’e wolii gala. 17 Ka waan ani godhiisaaf hin barbaanne godhu, cubbuu na keessa jirtu malee anaa moti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também