Publicidade

Romanos 7

21 Maarre ani Seerri hujii irra ooluun dhagga; ani yennaa waan dansaa godhiisaa barbaadu, seerri namumma’aa akka ani hantuu qofa godhu na tolcha. 22 Keessi kiyya Seera Waaqaatitti gammada. 23 Te’uu malee seera dhibii ka nafa kiyya keessatti, seera qalbiin tiyya fudhatu woliin wol lolu dhagga. Seerri dhibiin na keessatti hujiisatti jiru sun, seera cubbu’uu ti; inni garba ifii na godhateera.

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-29_22-07-56-