Pular para o conteúdo
Publicidade

Romanos 8

14 Worri Ayyaana Waaqaatiin sooreffamu mara ijoollee Waaqaa ti. 15 Isin Ayyaana ilmoomaa ka, «Abba’a! Abbaa keenna!» jettanee waantanuun fudhattane malee, soda’aan akka leetanuuf ayyaana ammalle isin garboonsu hin fudhanne.8:15 Mar. 14:36; Gal. 4:6

Veja também