Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Rooma'aa 8

17 Maarre ijoollee Waaqaa eega teene, isa hin dhaalla; Kiristoos wolille’een hin dhaalla; amma rakkinna Kiristoosii eega qoodanne, ulfinna isaalle hin qoodanna.

Veja também