Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Rooma'aa 8

24 Nuuti yennaa fayyine waan addi’iin eegataa jirrutti jira; wonni addii godhannu waan fudhanneerru8:24 Waan fudhanneerru: Waan ilatti mudhatu yoo te’e, addii te’iisi isaa hin hafa. Waan fudhateeru ka addi’iin eegatu eennu ree? 25 Waan hin fudhatin yoo addii godhanne ammoo, ossaan hin eeganna.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também