Pular para o conteúdo
Publicidade

Worra Rooma'aa 8

35 Eentu jaalala Kiristoosii irraa gargar nu baasa ree? Rakko’oo moo farra? Miidha’a8:35Miidha’aa: Ari’ama moo beela? Daara moo bala’a? Yookiin du’aa ree? 36 Tun tama Barreeffam Woyyichi,

«Si’iif jennee guyyuma guyya’aan ijjeefanna;

akka hoolee qalantuutitti laakkowanneerra» jedhu.

37 Garuu womaa moti; waan kana mara keessatti karaa ka nu jaalateetiin injifattoota caalleerra.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também