8 Naa’oom ammoo niitota ilmaan ifii lamaaniinuu, «Gara mana haadhotii teessanii deebi’a’a. Akkuma isin anaa fi worra isin irraa du’eef dansaa gootane, Mootiin Waan Maraa waan dansaa isinii godhu.