Pular para o conteúdo
Publicidade

Ergaa Yaaqoobii 1

Haga Ilaallatamu’uu Fi Ataabamuu

12 Nami ataabee ciniinnatee ossatu ka badhaadhe. Sababille ataabamee haga ilaallameen duuba, gatii1:12Gatii: Kallacha jiru’uu ka Waaqi worra isa jaalatuuf waadaa gale hin fudhata.

13 Nami yennaa ataabamu, «Waaqi na ataabe» hin jedhin; Waaqi hantu’uun hin ataabamu; ifille’eef nama hin ataabu. 14 Ammoo nami martinuu halchuma ifiitiin yennaa sossobamee sobamu ataabama. 15 Achiin duuba, halchaan sun yennaa ulfootte, cubbuu dhalti; cubbuun sunille, yennaa guddattee geette, du’a dhalti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também