Pular para o conteúdo
Publicidade

Ergaa Yaaqoobii 1

14 Ammoo nami martinuu halchuma ifiitiin yennaa sossobamee sobamu ataabama. 15 Achiin duuba, halchaan sun yennaa ulfootte, cubbuu dhalti; cubbuun sunille, yennaa guddattee geette, du’a dhalti.

Veja também