6 Ammoo adoo hin mamin dhugeeffanna’aan gaafatuu ti; nami mamu akka danbalii abbaaya’aa ta qilleensaan asii fi achi darbantuu ti. 7,8 Nami akkasii, ka yaada lamaatii fi karaa maraan raafamaa waan te’eef, Goottaa biraa waan tokkolle hin dhaggadha jedhee hin eegatin.
Publicidade
Ergaa Yaaqoobii 1
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.