9 Nuuti arrabaan Waaqa Abbaa keenna galateessina, isumaanuu namoota fakkeenna Waaqaatiin dadamane abaarra. 10 Afaanuma tokkocha keessaa galataa fi abaarsi baya; obboleeyyan tiyya! Kun te’uu hin malle. 11 Maddi tokkochi bisaan mi’owuu fi hadhowu hin maddaa? 12 Obboleeyyan tiyya! Muki harru’uu midhaan ejersaa, muki woyni’iille midhaan harru’uu buusuu hin dande’aa? Akkasuma maddi horaa bisaan nami unu madduu hin dande’u.
Publicidade
Ergaa Yaaqoobii 3
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.