Pular para o conteúdo
Publicidade

Ergaa Yaaqoobii 4:4,6-8

4 Isin kolbaa Waaqaaf hin addatanne! Biyya lafaatiin jaalomuun diina Waaqaa akka nama gootu hin beettanuu? Tanaaf nami jaala biyya lafaa te’uu halchu, diina Waaqaa hin te’a. 6 Waaqi ammoo badhaadha irra caalu hin kenna; tanaaf Barreeffam Woyyichi,

«Waaqi worra kooru hin morma,

worra gad ifi qabuuf badhaadha hin kenna» jedha.

7 Maarre Waaqaaf ajajama’a; Seexana ammoo morma’a, innille isin baqata. 8 Gara Waaqaa dhikaadha’a, innille gara keessan hin dhikaata. Isin cubbaaleyyiin, harka keessan qulqulleeffadha’a. Isin worri yaada lamaa, gadhaa keessan qulleeffadha’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.