Pular para o conteúdo
Publicidade

Ergaa Yaaqoobii 4

7 Maarre Waaqaaf ajajama’a; Seexana ammoo morma’a, innille isin baqata. 8 Gara Waaqaa dhikaadha’a, innille gara keessan hin dhikaata. Isin cubbaaleyyiin, harka keessan qulqulleeffadha’a. Isin worri yaada lamaa, gadhaa keessan qulleeffadha’a.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também