Pular para o conteúdo
Publicidade

Ergaa Yaaqoobii 4:8-10

8 Gara Waaqaa dhikaadha’a, innille gara keessan hin dhikaata. Isin cubbaaleyyiin, harka keessan qulqulleeffadha’a. Isin worri yaada lamaa, gadhaa keessan qulleeffadha’a. 9 Laaleffadha’a, gadda’a, bowa’a! Kolli keessan gara gaddaa, gammadi keessan gara bowiisaa jijjiiramuu ti. 10 Goottaa duratti gad ifi qaba’a, innille ol isin hin qaba.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.