Pular para o conteúdo
Publicidade

Tiago 5

17 Eliyaas namuma akka keennaatiiyyu; akka bokkeenni hin roonne yennaa jabeesse daadimate, woggaa sadii fi ji’a jaa lafa sanitti bokkeenni hin roonne. 18 Yennaa inni deebi’ee daadimate ammoo, gubbaan bokkeya kennitee, lattille midhaan baache.

Veja também