Pular para o conteúdo
Publicidade

Tiitoos 2

11 Waaqi badhaadha ifii ka nama maraaf fayyinna kennu mudhiseera. 12 Badhaadhi kun cubbu’uun jiraatiisaa fi halchaa badduu biyya lafaa akka lakkinnee, bara kana keessatti ifi qabannee, qajeellee, akka nama Waaqaatitti akka jiraannu barsiisa. 13 Addii gammachiittuu2:13Addii gammachiittu: Addii eebbifante fi ulfinnaan mudhatiisa Waaqa guddaa fayyisaa keenna Yesuus Kiristoosii hin eeganna.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também

Tito
Ver todos os capítulos de Tito