24 galata galche; buddeena sanas caccabsee, "Kun foon koo kan isiniif taʼuu dha; kanas yaadannoo kootiif godhadhaa" jedhe. 25 Akkasumas irbaata booddee xoofoo fuudhee, "Xoofoon kun kakuu haaraa dhiiga kootiin taʼuu dha; yeroo isa dhugdan hunda na yaadachuuf godhadhaa" jedhe.
Publicidade
1 Qorontos 11:24,25
HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
24 ገለተ ገልቼ፤ ቡዴነ ሰነስ ጨጨብሴ፣ "ኩን ፎንኮ ከን እስኒፍ ተኡዸ፤ ከነስ ያደኖኮቲፍ ጎዸዻ" ጄዼ። 25 አከሱመስ እርባተ ቦዴ ጦፎ ፉዼ፣ "ጦፎን ኩን ከኩ ሃራ ዺገኮቲን ተኡዸ፤ ዬሮ እሰ ዹግደን ሁንደ ነ ያደቹፍ ጎዸዻ" ጄዼ።
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
24 galata galche; buddeena sanas caccabsee, "Kun foon koo kan isiniif taʼuu dha; kanas yaadannoo kootiif godhadhaa" jedhe. 25 Akkasumas irbaata booddee xoofoo fuudhee, "Xoofoon kun kakuu haaraa dhiiga kootiin taʼuu dha; yeroo isa dhugdan hunda na yaadachuuf godhadhaa" jedhe.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.