29 Hundumatu ergamootaa? Hundumatu raajotaa? Hundumatu barsiistotaa? Hundinuu hojii dinqii hojjetuu? 30 Hundumatu kennaa dhukkubsattoota fayyisuu qabaa? Hundumatu afaan haaraa dubbataa? Hundumatu afaan sana hiikaa?
Publicidade
1 Qorontos 12:29,30
HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
29 ሁንዱመቱ ኤርገሞታ? ሁንዱመቱ ራጆታ? ሁንዱመቱ በርሲስቶታ? ሁንድኑ ሆጂ ድንቂ ሆጄቱ? 30 ሁንዱመቱ ኬና ዹኩብሰቶተ ፈይሱ ቀባ? ሁንዱመቱ አፋን ሃራ ዱበታ? ሁንዱመቱ አፋን ሰነ ሂካ?
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
29 Hundumatu ergamootaa? Hundumatu nabiiʼiyyootaa? Hundumatu barsiistotaa? Hundinuu hojii dinqii hojjetuu? 30 Hundumatu kennaa dhukkubsattoota fayyisuu qabaa? Hundumatu afaan haaraa dubbataa? Hundumatu afaan sana hiikaa?
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.