11 Hafuura isa keessa jiru malee yaada nama tokkoo eenyutu beeka? Akkasuma immoo Hafuura Waaqaa malee kan yaada Waaqaa beeku tokko iyyuu hin jiru. 12 Nu akka waan Waaqni toluma nuu kenne hubannuuf Hafuura Waaqa irraa dhufe arganne malee hafuura addunyaa hin arganne. 13 Wanni nu dubbannus kana; nu dubbii Hafuurri nu barsiisuun malee dubbii ogummaan namaa barsiisuun hin dubbannu; dhugaa Hafuuraas dubbii Hafuuraatiin ibsina.
1 Qorontos 2:11-13
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
11 ሀፉረ እሰ ኬሰ ጅሩ መሌ ያደ ነመ ቶኮ ኤኙቱ ቤከ? አከሱመሞ ሀፉረ ዋቃ መሌ ከን ያደ ዋቃ ቤኩ ቶኮዩ ህንጅሩ። 12 ኑ አከ ዋን ዋቅን ቶሉመ ኑ ኬኔ ሁበትኑፍ ሀፉረ ዋቀራ ዹፌ አርገትኔ መሌ ሀፉረ አዱኛ ህንአርገትኔ። 13 ወን ኑ ዱበትኑስ ከነ፤ ኑ ዱቢ ሀፉር ኑ በርሲሱን መሌ ዱቢ ኦጉማን ነማ በርሲሱን ህንዱበትኑ፤ ዹጋ ሀፉራስ ዱቢ ሀፉራቲን እብስነ።
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
11 Hafuura isa keessa jiru malee yaada nama tokkoo eenyutu beeka? Akkasuma immoo Hafuura Allaaha malee kan yaada Allaaha beeku tokko iyyuu hin jiru. 12 Nu akka waan Allaahan toluma nuu kenne hubannuuf Hafuura Allaah irraa dhufe arganne malee hafuura addunyaa hin arganne. 13 Wanni nu dubbannus kana; nu dubbii Hafuurri nu barsiisuun malee dubbii ogummaan namaa barsiisuun hin dubbannu; dhugaa Hafuuraas dubbii Hafuuraatiin ibsina.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.