9 Taʼu iyyuu akkuma,
"Waan Waaqni warra isa jaallataniif
qopheesse iji hin argine,
gurri hin dhageenye,
garaa namaattis hin yaadamne"2:9 Isa 64:4
jedhamee barreeffame sana, 10 Waaqni garuu Hafuura isaatiin waan kana nutti mulʼiseera.
Hafuurri wantoota hunda, wantoota Waaqaa kanneen gad fagoo taʼan illee ni qora.