26 isheenis akkana jetteen; "Yaa gooftaa ko, duʼa lubbuu keetii ti; dubartiin as si bira dhaabattee Waaqayyoon kadhachaa turte sun anuma. 27 Ani mucaa kana argachuuf kadhadheera; Waaqayyos waan ani isa kadhadhe naaf kenneera. 28 Kanaafuu ani amma Waaqayyoofan isa kenna. Bara jireenya isaa guutuu Waaqayyoof ni kennama." Isaanis achitti Waaqayyoof sagadan.
Publicidade
1 Saamuʼeel 1:26-28
HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
26 እሼንስ አከነ ጄቴን፤ "ያ ጎፍታኮ፣ ዱአ ሉቡኬቲት፤ ዱበርቲን አስ ስ ብረ ዻበቴ ዋቀዮን ከዸቻ ቱርቴ ሱን አኑመ። 27 አን ሙጫ ከነ አርገቹፍ ከዸዼረ፤ ዋቀዮስ ዋን አን እሰ ከዸዼ ናፍ ኬኔረ። 28 ከናፉ አን አመ ዋቀዮፈን እሰ ኬነ። በረ ጅሬኘሳ ጉቱ ዋቀዮፍ ንኬነመ።" እሳንስ አችት ዋቀዮፍ ሰገደን።
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
26 isheenis akkana jetteen; "Yaa gooftaa ko, duʼa lubbuu keetii ti; dubartiin as si bira dhaabattee Rabbii Allaah duratti duʼaa godhachaa turte sun anuma. 27 Ani mucaa kana argachuuf duʼaa godhadheera; Rabbii Allaahanis waan ani isa kadhadhe naaf kenneera. 28 Kanaafuu ani amma Rabbii Allaahaf isa nan kenna. Bara jireenya isaa guutuu Rabbii Allaahaf ni kennama." Isaanis achitti Rabbii Allaahaf sagadan.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.