6 Kanaaf nu yeroo hunda ija jabina qabna; hamma dhagna fooniitiin jirrutti Gooftaa irraa fagoo akka jirru beekna. 7 Nu amantiidhaan jiraanna malee arguun miti. 8 Nu ija jabina qabna; dhagna foonii kana irraa addaan baanee Gooftaa wajjin jiraachuu filanna. 9 Kanaaf nu dhagna fooniitiin jiraannus, dhagna foonii irraa fagaannus kaayyoon keenya Isa gammachiisuu dha.
Publicidade
2 Qorontos 5:6-9
HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
6 ከናፍ ኑ ዬሮ ሁንደ እጀ ጀብነ ቀብነ፤ ሀመ ዸግነ ፎኒቲን ጅሩት ጎፍታራ ፈጎ አከ ጅሩ ቤክነ። 7 ኑ አመንቲዻን ጅራትነ መሌ አርጉን ምት። 8 ኑ እጀ ጀብነ ቀብነ፤ ዸግነ ፎኒ ከነራ አዳን ባኔ ጎፍታ ወጅን ጅራቹ ፍለትነ። 9 ከናፍ ኑ ዸግነ ፎኒቲን ጅራትኑስ፣ ዸግነ ፎኒራ ፈጋትኑስ ካዮንኬኘ እሰ ገመቺሱዸ።
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
6 Kanaaf nu yeroo hunda ija jabina qabna; hamma dhagna fooniitiin jirrutti Gooftaa irraa fagoo akka jirru beekna. 7 Nu amantiidhaan jiraanna malee arguun miti. 8 Nu ija jabina qabna; dhagna foonii kana irraa addaan baanee Gooftaa wajjin jiraachuu filanna. 9 Kanaaf nu dhagna fooniitiin jiraannus, dhagna foonii irraa fagaannus kaayyoon keenya Isa gammachiisuu dha.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.