17 Lola kana loluu isin hin barbaachisu. Isin iddoo iddoo keessan qabadhaa; yaa Yihuudaa fi Yerusaalem jabaadhaa dhaabadhaatii moʼannoo Waaqayyo isiniif kennu ilaalaa. Hin sodaatinaa; abdiis hin kutatinaa. Bor isaanitti baʼaa; Waaqayyo isin wajjin dhaabata.’ "
Publicidade
2 Seenaa 20:17
HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
17 ሎለ ከነ ሎሉ እስን ህንበርባችሱ። እስን እዶ እዶኬሰን ቀበዻ፤ ያ ይሁዳፊ ዬሩሳሌም ጀባዻ ዻበዻቲ ሞአትኖ ዋቀዮ እስኒፍ ኬኑ እላላ። ህንሶዳትና፤ አብዲስ ህንኩተትና። ቦር እሳንት በኣ፤ ዋቀዮ እስን ወጅን ዻበተ።’ "
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
17 Lola kana loluu isin hin barbaachisu. Isin iddoo iddoo keessan qabadhaa; yaa Yihuudaa fi Yerusaalem jabaadhaa dhaabadhaatii moʼannoo Rabbii Allaahan isiniif kennu ilaalaa. Hin sodaatinaa; abdiis hin kutatinaa. Bor isaanitti baʼaa; Rabbii Allaahan isin wajjin dhaabata.’ "
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.