11 Kanaafuu Waaqayyo ajajjoota loltoota mootii Asoor isaanitti kaase; isaanis Minaasee qabanii hokkoo funyaanitti kaʼaanii foncaadhaan hidhanii Baabilonitti isa geessan.
Publicidade
2 Seenaa 33:11
HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
11 ከናፉ ዋቀዮ አጀጆተ ሎልቶተ ሞቲ አሶር እሳንት ካሴ፤ እሳንስ ምናሴ ቀበኒ ሆኮ ፉኛንት ከኣኒ ፎንጫዻን ህዸኒ ባብሎንት እሰ ጌሰን።
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
11 Kanaafuu Rabbii Allaahan ajajjoota loltoota mootii Asoor isaanitti kaase; isaanis Minaasee qabanii hokkoo funyaanitti kaʼaanii foncaadhaan hidhanii Baabilonitti isa geessan.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.