Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Xiimotewos 2:14

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

Waaʼee Barsiistota Sobduu

14 Wantoota kanneen isaan yaadachiisi; waaʼee jechootaatiinis akka wal hin lolleef fuula Waaqaa duratti isaan akeekkachiisi; wanni akkasii warra dhagaʼan ni diiga malee waa tokko illee hin fayyaduutii.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    14 ወንቶተ ከኔን እሳን ያደቺስ፤ ዋኤ ጄቾታቲንስ አከ ወል ህንሎሌፍ ፉለ ዋቃ ዱረት እሳን አኬከቺስ፤ ወን አከሲ ወረ ዸገአን ንዲገ መሌ ዋ ቶኮሌ ህንፈየዱቲ።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    14 Wantoota kanneen isaan yaadachiisi; waaʼee jechootaatiinis akka wal hin lolleef fuula Allaaha duratti isaan akeekkachiisi; wanni akkasii warra dhagaʼan ni diiga malee waa tokko illee hin fayyaduutii.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

2 Timóteo
Ver todos os capítulos de 2 Timóteo