Pular para o conteúdo
Publicidade

Hojii 15:36-41

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

Wal dhabuu Phaawulosii fi Barnaabaas

36 Phaawulosis bultii gabaabduu booddee Barnaabaasiin, "Mee kottu, magaalaawwan itti dubbii Gooftaa lallabne hundatti deebinee obboloota dubbifnaa; haala isaan keessa jiranis ni ilaallaa!" jedhe. 37 Barnaabaasis Yohannis isa Maarqos jedhamu sana isaan wajjin fudhatee deemuu barbaade. 38 Phaawulos garuu sababii Maarqos isaan wajjin hojiitti fufuu didee Phamfiliyaatti isaan dhiisee deemeef akka inni isaan wajjin deemu hin jaallanne. 39 Kana irratti waldhabiisni guddaan gidduu isaaniitti uumamnaan gargar baʼan; Barnaabaasis Maarqosin fudhatee dooniidhaan Qophiroositti qajeele. 40 Phaawulos immoo Siilaasin filatee erga obboloonni dabarsanii ayyaana gooftaatti isa kennanii booddee kaʼee deeme. 41 Innis waldoota kiristaanaa jajjabeessaa Sooriyaa fi Kiilqiyaa keessa darbe.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    36 ጳዉሎስስ ቡልቲ ገባብዱ ቦዴ በርናባሲን፣ "ሜ ኮቱ፣ መጋላወን እት ዱቢ ጎፍታ ለለብኔ ሁንደት ዴብኔ ኦቦሎተ ዱብፍና፤ ሃለ እሳን ኬሰ ጅረንስ ንእላላ!" ጄዼ። 37 በርናባስስ ዮሀንስ እሰ ማርቆስ ጄዸሙ ሰነ እሳን ወጅን ፉዸቴ ዴሙ በርባዴ። 38 ጳዉሎስ ገሩ ሰበቢ ማርቆስ እሳን ወጅን ሆጂት ፉፉ ድዴ ጰምፉልያት እሳን ዺሴ ዴሜፍ አከ እን እሳን ወጅን ዴሙ ህንጃለትኔ። 39 ከነረት ወልዸቢስን ጉዳንሳ ግዱሳኒት ኡመምናን ገርገር በአን፤ በርናባስስ ማርቆስን ፉዸቴ ዶኒዻን ቆጵሮስት ቀጄሌ። 40 ጳዉሎስሞ ሲላስን ፍለቴ ኤርገ ኦቦሎትን ደበርሰኒ አያነ ጎፍታት እሰ ኬነኒ ቦዴ ከኤ ዴሜ። 41 እንስ ወልዶተ ክርስታና ጀጀቤሳ ሶርያፊ ኪልቅያ ኬሰ ደርቤ።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    36 Phaawulosis bultii gabaabduu booddee Barnaabaasiin, "Mee kottu, magaalaawwan itti dubbii Gooftaa lallabne hundatti deebinee obboloota dubbifnaa; haala isaan keessa jiranis ni ilaallaa!" jedhe. 37 Barnaabaasis Yohannis isa Maarqos jedhamu sana isaan wajjin fudhatee deemuu barbaade. 38 Phaawulos garuu sababii Maarqos isaan wajjin hojiitti fufuu didee Phamfiliyaatti isaan dhiisee deemeef akka inni isaan wajjin deemu hin jaallanne. 39 Kana irratti waldhabiisni guddaan gidduu isaaniitti uumamnaan gargar baʼan; Barnaabaasis Maarqosin fudhatee dooniidhaan Qophiroositti qajeele. 40 Phaawulos immoo Siilaasin filatee erga obboloonni dabarsanii ayyaana gooftaatti isa kennanii booddee kaʼee deeme. 41 Innis waldoota kiristaanaa jajjabeessaa Sooriyaa fi Kiilqiyaa keessa darbe.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.