Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "paz"

37 resultados encontrados

  1. Tiago 3

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 8–18 de 18

    8arraba garuu namni tokko iyyuu leenjisuu hin dandaʼu. Arrabni hamaa boqonnaa hin qabnee dha; summii nama ajjeesuunis kan guutamee dha.

    15Ogummaan kun kan lafaa ti; kan foonii ti; kan hafuura hamaati malee kan samii irraa dhufu miti.

    18Iji qajeelummaa warra nagaa buusaniin nagaadhaan facaafama.

  2. 2 Coríntios 13

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 11–13 de 14

    11Egaa yaa obboloota nagaatti. Haaromfamaa; wal jajjabeessaa; yaada tokko qabaadhaa; nagaadhaan jiraadhaa. Waaqni jaalalaatii fi nagaa isin wajjin ni taʼa.

    12Dhungoo qulqulluudhaan nagaa wal gaafadhaa.

    13Sabni Waaqaa hundinuu nagaa isinii dhaamu.

  3. 1 Pedro 5

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 5–14 de 14

    5Yaa dargaggoota, isinis akkasuma maanguddoota jalatti bulaa. Hundi keessanis tokkoo tokkoo keessaniif gad of qabiisa akka wayyaatti uffadhaa;"Waaqni of tuultotaan ni morma;warra gad of qabaniif immoo ayyaana kennaatii."5:5 Fak 3:34

    11Bara baraa hamma bara baraatti humni isaaf haa taʼu. Ameen.

    14Dhungoo jaalalaatiin nagaa wal gaafadhaa.Isin warra kan Kiristoos taatan hundaaf nagaan haa taʼu.

  4. 3 João 1

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 1–15 de 15

    1Jaarsicha irraa,Gara Gaayoos michuu koo, isa ani dhugaadhaan jaalladhuutti.

    6Isaan waaʼee jaalala keetii waldaa kiristaanaatti himaniiru. Maaloo haala Waaqatti toluun karaan isaanii irratti isaan gargaari.

    15Nagaan siif haa taʼu.Michoonni as jiran nagaa siif dhaamu. Atis michoota achi jiran tokko tokkoon maqaa dhaʼiitii nagaa itti nuu himi.

  5. 1 Coríntios 16

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 16
    Mostrando versículos 19–21 de 24

    19Waldoonni kiristaanaa kanneen biyya Asiyaa nagaa isiniif dhaamu.Aqiilaa fi Phirisqillaan, waldaan kiristaanaa kan mana isaanii jirtus Gooftaadhaan nagaa guddaa isiniif dhaamu.

    20Obboloonni hundinuu nagaa isinii dhaamu.Dhungoo qulqulluudhaan nagaa wal gaafadhaa.

    21Ani Phaawulos, xalayaa nagaa kana harkuma kootiin barreessa.

  6. Efésios 4

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 3–24 de 32

    3Hidhaa nagaatiin tokkummaa Hafuuraa eeguuf carraaqaa.

    5Gooftaa tokko, amantii tokkoo fi cuuphaa tokkotu jira;

    24namummaa haaraa isa qajeelummaa fi qulqullina dhugaatiin fakkeenya Waaqaatiin uumame sana uffadhaa.

  7. Levítico 7

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 11–32 de 38

    11" ‘Seerri aarsaa nagaa kan namni tokko ittiin Waaqayyoof dhiʼeessuu qabu kana.

    13Aarsaa nagaa kan galataaf dhiʼeeffatu wajjinis kennaa maxinoo raacitii qabu haa dhiʼeessu.

    32Tafa mirgaa kan aarsaa nagaa keessanii kennaa godhaatii lubaaf kennaa.

  8. Jó 21

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 21
    Mostrando versículos 13–28 de 34

    13Isaan bara isaanii badhaadhummaadhaan fixatu;nagaadhaanis ni awwaalamu.

    23Namni tokko utuma itti tolee nagaan jiraatuu,utuma humna guutuu qabuu,

    28Isin, ‘Manni namicha guddaa,dunkaanni namoonni hamoon keessa jiraatan amma eessa jira?’ jettu.

  9. Isaías 14

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 14
    Mostrando versículos 7–31 de 32

    7Lafti hundi boqonnaa fi nagaa argatti;faarfachuuttis kaati.

    12Yaa bakkalcha barii, ilma barii barraaqaa,ati akkamitti samii irraa lafa dhoofte!Ati kan duraan saboota gad qabde,lafatti gad darbatamteerta!

    31Yaa karra, ati booʼi! Yaa magaalaa, iyyi!Filisxeemonni hundi baqaatii badaa!Duumessi aaraa tokko karaa kaabaatiin ni dhufa;raayyaa waraana isaa keessas kan citee hafu tokko iyyuu hin jiru.

  10. Romanos 16

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 16
    Mostrando versículos 8–16 de 27

    8Amphiliyaaxos isa ani Gooftaadhaan jaalladhutti nagaa naa himaa.

    12Warra Gooftaatti amananii dhamaʼan Tiriifeenaa fi Tiriifoosaatti nagaa naa himaa.Pharsiis jaallatamtuu hojii Gooftaatti amantee baayʼee dhamaatettis nagaa naa himaa.

    16Dhungoo qulqulluudhaan nagaa wal gaafadhaa.Waldaaleen Kiristoos hundinuu nagaa isinii dhaamu.

  11. Provérbios 19

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 19
    Mostrando versículos 1–22 de 29

    1Gowwaa daba dubbatuu mannaahiyyeessa amanamummaadhaan jiraatu wayya.

    11Ogummaan nama tokkoo obsa kennaaf;balleessaa namaa irra darbuunis isaaf ulfina.

    22Wanni namni hawwu jaalala dhuma hin qabnee dha;sobduu taʼuu mannaa hiyyeessa taʼuu wayya.

  12. Neemias 10

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 3–25 de 39

    3Phaashihuur, Amariyaa, Malkiyaa,

    14Bulchitoota sabaa:Phaarosh, Fahat Moʼaab, Eelaam, Zaatuu, Baanii,

    25Rehuum, Hashabnaa, Maʼaseyaa,

  13. Colossenses 3

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 2–15 de 25

    2Waan ol gubbaa yaadaa malee waan lafa irraa hin yaadinaa.

    10eenyummaa haaraa kan beekumsa fakkaattii Uumaa isaatiin haaromfamaa jirus uffattaniirtu.

    15Nagaan Kiristoos kan isin akkuma kutaa dhagna tokkootti itti waamamtan sun garaa keessan keessatti haa moʼu. Warra galateeffattanis taʼaa.

  14. Provérbios 28

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 28
    Mostrando versículos 3–26 de 28

    3Bulchaan hiyyeessa hacuucu tokkoakkuma bokkaa jabaa midhaan lafa irraa balleessuu ti.

    23Namni nama ifatu dhuma irrattinama arrabaan nama saadu caalaa surraa argata.

    26Namni of amanatu gowwaa dha;kan ogummaadhaan deemu immoo nagaadhaan jiraata.

  15. Salmos 34

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 34
    Mostrando versículos 12–21 de 22

    12Namni jireenya jaallatu, kan bara gaarii arguudhaafisbara baayʼee hawwu eenyu?

    14Hammina irraa deebiʼi; gaarii hojjedhu;nagaa barbaadi; duukaa buʼis.

    21Hamoota hamminatu ajjeesa;warra nama qajeelaa jibbanitti ni murteeffama.

  16. Mateus 10

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 12–36 de 42

    12Yommuu mana sana seentanittis nagaa gaafadhaa.

    13Nagaan keessan yoo mana sanaaf male, mana sanaaf haa taʼu; yoo isaaf hin malin garuu nagaan keessan isiniif haa deebiʼu.

    36diinonni namaa, miseensotuma mana isaatii.’ 10:36 Mik 7:6

  17. Isaías 32

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 32
    Mostrando versículos 12–17 de 20

    12Lafa qotiisaa gaariif,muka wayinii ija naqatuufis laphee keessan dhaʼaa;

    16Murtii qajeelaan gammoojjii keessa jiraata;qajeelummaan immoo lafa qotiisaa gabbataa keessa jiraata.

    17Buʼaan qajeelummaa nagaa dha;faayidaan qajeelummaa immoo utuu hin birʼatintasgabbiin bara baraan jiraachuu dha.

  18. Zacarias 14

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 14
    Mostrando versículos 9–13 de 21

    9Waaqayyo guutummaa lafaa irratti mootii taʼa. Gaafas Waaqayyo tokko, maqaan isaas maqaa tokko taʼa.

    11Namni ishee keessa jiraata; isheen siʼachi hin diigamtu. Yerusaalem nagaadhaan jiraatti.

    13Gaafas jeequmsi guddaan Waaqayyo biraa namootatti ni dhufa. Isaanis harkaan wal qabatanii wal haleelu

  19. Lucas 10

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 5–9 de 42

    5"Yeroo mana tokko seentanitti dursaatii, ‘Nagaan mana kanaaf haa taʼu’ jedhaa.

    6Yoo namni nagaa achi jiraate, nagaan keessan isaaf taʼa; yoo kanaa achii nagaan keessan isiniif deebiʼa.

    9Dhukkubsattoota achi jiran fayyisaatii, ‘Mootummaan Waaqaa isinitti dhiʼaateera’ jedhaa isaanitti himaa.

  20. Eclesiastes 4

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 6–12 de 16

    6Dadhabbii fi bubbee ariʼuudhaankonyee lama argachuu irranagaan konyee tokko argachuu wayya.

    11Yoo namoonni lama wajjin ciisan itti hoʼa;nama tokko garuu akkamitti kophaa isaa itti hoʼuu dandaʼa?

    12Namni tokko moʼatamuu dandaʼa;namoonni lama garuu of irraa deebisuu dandaʼu.Funyoon foʼaa sadiin foʼame dafee hin citu.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo