10Jaalala obbolummaatiin jabeessaa wal jaalladhaa. Ulfina walii kennuutti wal dorgomaa.
12Abdiidhaan gammadaa; dhiphina obsaa; kadhannaatti cimaa.
13Qulqulloota rakkataniif waa gumaachaa. Keessummoota simadhaa.
200 resultados encontrados
10Jaalala obbolummaatiin jabeessaa wal jaalladhaa. Ulfina walii kennuutti wal dorgomaa.
12Abdiidhaan gammadaa; dhiphina obsaa; kadhannaatti cimaa.
13Qulqulloota rakkataniif waa gumaachaa. Keessummoota simadhaa.
11Egaa yaa obboloota nagaatti. Haaromfamaa; wal jajjabeessaa; yaada tokko qabaadhaa; nagaadhaan jiraadhaa. Waaqni jaalalaatii fi nagaa isin wajjin ni taʼa.
12Dhungoo qulqulluudhaan nagaa wal gaafadhaa.
13Sabni Waaqaa hundinuu nagaa isinii dhaamu.
1Maqaan gaariin badhaadhummaa guddaa caalaa filatamaa dha;kabajamuunis meetii fi warqee caala.
7Sooressi hiyyeessa bulcha;liqeeffataan garbicha liqeessituu ti.
11Nama qulqullina garaa jaallatuu fidubbiin isaa namatti tolu mootiin michuu isaaf taʼa.
8Guyyaa Sanbataa qulqulleessuudhaan yaadadhu.
14Hin ejjin.
26Akka qullaan kee isa irratti hin mulʼanneef gulantaadhaan iddoo aarsaa kootti ol hin baʼin.’
9Malli gowwummaa cubbuu dha;namoonnis qoostuu ni balfu.
26Deebiin qajeelaan,akkuma hidhii dhungachuu ti.
33hirriba xinnaa; mugaatii xinnaa;xinnoo harka walitti marachuu;
8Amphiliyaaxos isa ani Gooftaadhaan jaalladhutti nagaa naa himaa.
16Dhungoo qulqulluudhaan nagaa wal gaafadhaa.Waldaaleen Kiristoos hundinuu nagaa isinii dhaamu.
20Waaqni nagaa dafee Seexana miilla keessan jalatti ni burkuteessa.Ayyaanni Gooftaa keenya Yesuus isin wajjin haa taʼu.
13Dammaqaa; amantiitti cimaatii dhaabadhaa; jajjabaadhaa; cimaas.
20Obboloonni hundinuu nagaa isinii dhaamu.Dhungoo qulqulluudhaan nagaa wal gaafadhaa.
22Namni Gooftaa hin jaallanne kam iyyuu haa abaaramu. Yaa Gooftaa kottu.
6Baqadhaa! Lubbuu keessan baafadhaa;akka daggala gammoojjii keessaa taʼaa.
20Moʼaab waan diigamteef qaanofteerti.Wawwaadhuu booʼi!Arnoon birattiakka Moʼaab barbadooftee jirtu labsi.
42Moʼaab sababii Waaqayyoon tuffatteefbarbadooftee saba taʼuun ishee ni hafa.
4Akka Seerri kee amanamummaadhaaneegamuuf ati ajajjeerta.
9Dargaggeessi akkamitti jireenya qulqulluu jiraachuu dandaʼa?Akka dubbii keetiitti jiraachuudhaan.
39Salphina ani sodaadhu narraa fageessi;seerri kee gaariidhaatii.
7dhagaawwan sardooniksii, dooqa gati jabeessa, dirataa fi qomee irratti kaaʼatamuu dha.
24Warqee qulqulluu itti uffisiitii naannoo isaatti marsaa warqee tolchi.
29Dhibaayyuu dhiʼeessuufis caabiiwwan isaa, waciitiiwwan isaa, okkoteewwan isaatii fi waciitiiwwan isaa warqee qulqulluu irraa tolchi.
9Buusiiwwan qulqulluun Israaʼeloonni lubatti fidan hundi kan isaa ti.
12"Akkana jedhiitii saba Israaʼelitti dubbadhu: ‘Yoo niitiin nama kamii iyyuu karaa irraa baduudhaan isaaf amanamuu baattee
16" ‘Lubichis ishee fidee fuula Waaqayyoo dura ishee haa dhaabu.
1Shittoo urgaaʼaa irra maqaa gaarii wayya;guyyaa dhalootaa irra guyyaa duʼaa wayya.
5Sirba gowwootaa dhagaʼuu mannaaifannaa ogeessaa dhaggeeffachuu wayya.
13Waan Waaqni hojjete mee ilaali:Waan inni jalʼiseeenyutu qajeelchuu dandaʼa?
25Eenyutu lolaadhaaf boʼoo,bakakkaadhaaf immoo daandii baasee,
37Eenyutu duumessoota lakkaaʼuuf ogummaa qaba?Eenyutu okkotee bishaan samii
38yeroo biyyoon jabaattutti,yeroo supheen wal qabattutti jalʼisuu dandaʼa?
4" ‘Sireen namni dhangalaʼaan saala isaa keessaa baʼu irra ciisu hundinuu xuraaʼaa taʼa; wanni inni irra taaʼu hundinuus xuraaʼaa taʼa.
7" ‘Namni nama dhangalaʼaan saala isaa keessaa baʼu sana tuqu uffata isaa haa miiccatu; dhagna isaas bishaaniin haa dhiqatu; inni hamma galgalaatti xuraaʼaa taʼa.
13" ‘Namni yommuu dhangalaʼaan saala isaa keessaa baʼu irraa qulqulleeffamutti akka seeraatti qulqulleeffamuu isaatiif bultii torba haa lakkaaʼatu; uffata isaa haa miiccatu; dhagna isaas bishaan yaaʼuun haa dhiqatu; innis ni qulqullaaʼa.
6"Baabilon keessaa baqadhaa!Lubbuu keessan oolfadhaa!Isin sababii cubbuu isheetiif hin dhuminaa.Yeroon kun yeroo haaloo baʼuu Waaqayyoo ti;innis gatii isheef malu ni kennaaf.
12Dallaa Baabilonitti faajjii kaasaa!Eegumsa jajjabeessaa;eegduu dhaabaa;warra riphee eeggatu qopheessaa!Waaqayyo kaayyoo isaawaan saba Baabilonitti mure sana fiixaan baafata.
42Baabilon irra galaanni garagala;dambaliin galaanaas ishee haguuga.
6Samii keessatti eenyutu Waaqayyoon qixxaachuu dandaʼa?Uumamawwan samii keessaa kan Waaqayyoon fakkaatu eenyu?
48Utuu duʼa hin argin jiraachuu kan dandaʼuyookaan humna siiʼool jalaa of baasuu kan dandaʼu nama akkamii ti?
52Galanni bara baraan Waaqayyoof haa taʼu!Ameen; Ameen.
17jalʼina irraa nama deebisuuf,of jajuu irraas isa dhowwuuf,
18lubbuu isaa boolla irraa,jireenya isaas goraadeedhaan baduu irraa oolchuudhaaf.
28Inni akka isheen boolla hin buuneef lubbuu koo fureera;anis jiraadhee ifa nan arga.’
30Nu maaliif saʼaatii hunda balaaf of saaxilla?
36Yaa gowwaa! Wanni ati facaaftu yoo duʼe malee jireenya hin argatu.
56Ilkeen duʼaa cubbuu dha; humni cubbuu immoo seera.
32Kun seera nama lamxii qabaatee waan ittiin qulqulleeffamu baasuu hin dandeenyeef kennamee dha.
56iitoodhaaf, finniisaaf yookaan baaroleedhaaf,
57akka wanni tokko qulqulluu yookaan xuraaʼaa taʼe addaan baasuuf kennamee dha.Kun seera lamxiidhaaf kennamee dha.
8arraba garuu namni tokko iyyuu leenjisuu hin dandaʼu. Arrabni hamaa boqonnaa hin qabnee dha; summii nama ajjeesuunis kan guutamee dha.
11Bishaan miʼaawaa fi hadhaaʼaan burqaa tokko keessaa ni baʼaa?
18Iji qajeelummaa warra nagaa buusaniin nagaadhaan facaafama.