Pular para o conteúdo
Publicidade

Daaniʼel 9:20-23

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

Torban "Torbaatama"

20 Utuu ani dubbichaa fi kadhachaa, cubbuu kootii fi cubbuu saba koo Israaʼel himachaa, tulluu isaa qulqulluufis Waaqayyo Waaqa koo gaafachaa jiruu, 21 utuu ani amma illee kadhannaa irra jiruu, Gabriʼeel namichi ani mulʼata koo duraa keessatti arge sun, yeroo aarsaa galgalaatti ariitiidhaan barrisaa gara koo dhufe. 22 Innis akkana jedhee na barsiise; akkanas naan jedhe; "Yaa Daaniʼel ani amma ogummaa fi hubannaa siif kennuuf dhufeera. 23 Akkuma ati Waaqa kadhachuu jalqabdeen deebiin ani sitti himuuf dhufe kun siif kenname; ati akka malee jaalatamaadhaatii. Kanaafuu ergaa kana qalbeeffadhuutii mulʼata sana hubadhu:

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    20 ኡቱ አን ዱብቻፊ ከዸቻ፣ ጩቡኮቲፊ ጩቡ ሰበኮ እስራኤል ህመቻ፣ ቱሉሳ ቁልቁሉፍስ ዋቀዮ ዋቀኮ ጋፈቻ ጅሩ፣ 21 ኡቱ አን አመሌ ከዸትናረ ጅሩ፣ ገብርኤል ነምች አን ሙልአተኮ ዱራ ኬሰት አርጌ ሱን፣ ዬሮ ኣርሳ ገልገላት አሪቲዻን በርሳ ገረኮ ዹፌ። 22 እንስ አከነ ጄዼ ነ በርሲሴ፤ አከነስ ናን ጄዼ፤ "ያ ዳንኤል አን አመ ኦጉማፊ ሁበትና ሲፍ ኬኑፍ ዹፌረ። 23 አኩመ አት ዋቀ ከዸቹ ጀልቀብዴን ዴቢን አን ስት ህሙፍ ዹፌ ኩን ሲፍ ኬነሜ፤ አት አከ መሌ ጃለተማዻቲ። ከናፉ ኤርጋ ከነ ቀልቤፈዹቲ ሙልአተ ሰነ ሁበዹ፦

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    20 Utuu ani dubbichaa fi duʼaa godhachaa, cubbuu kootii fi cubbuu saba koo Israaʼel himachaa, tulluu isaa qulqulluufis Rabbii Allaah koo gaafachaa jiruu, 21 utuu ani amma illee duʼaa irra jiruu, Jibriil namichi ani mulʼata koo duraa keessatti arge sun, yeroo aarsaa galgalaatti ariitiidhaan barrisaa gara koo dhufe. 22 Innis akkana jedhee na barsiise; akkanas naan jedhe; "Yaa Daaniʼel ani amma ogummaa fi hubannaa siif kennuuf dhufeera. 23 Akkuma ati Allaah duratti duʼaa godhachuu jalqabdeen deebiin ani sitti himuuf dhufe kun siif kenname; ati akka malee jaalatamaadhaatii. Kanaafuu ergaa kana qalbeeffadhuutii mulʼata sana hubadhu:

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.