Pular para o conteúdo
Publicidade

Keessa Deebii 28:1,2,15

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

Eebba Ajajamuudhaan Argamu

1 Yoo ati guutumaan guutuutti Waaqayyo Waaqa keetiif ajajamtee ajajawwan isaa kanneen ani harʼa siif kennu of eeggannaadhaan duukaa buute, Waaqayyo Waaqni kee saboota lafa irra jiraatan hundaa olitti ol si qaba. 2 Yoo ati Waaqayyo Waaqa keetiif ajajamte eebbi kun hundi siif taʼa; si faana deemas:

Abaarsa Ajajamuu Diduun Fidu

15 Garuu yoo ati Waaqayyo Waaqa keetiif ajajamuu baattee ajajawwan isaatii fi qajeelchawwan isaa kanneen ani harʼa siif kennu hunda of eeggannaadhaan eeguu didde, abaarsawwan kunneen hundi si qaqqabu; si liqimsus:

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    1 ዮ አት ጉቱማን ጉቱት ዋቀዮ ዋቀኬቲፍ አጀጀምቴ አጀጀወንሳ ከኔን አን ሀርአ ሲፍ ኬኑ ኦፍ ኤገናዻን ዱካ ቡቴ፣ ዋቀዮ ዋቅንኬ ሰቦተ ለፈረ ጅራተን ሁንዳ ኦልት ኦል ስ ቀበ። 2 ዮ አት ዋቀዮ ዋቀኬቲፍ አጀጀምቴ ኤብ ኩን ሁንድ ሲፍ ተአ፤ ስ ፋነ ዴመስ፦

    15 ገሩ ዮ አት ዋቀዮ ዋቀኬቲፍ አጀጀሙ ባቴ አጀጀወንሳቲፊ ቀጄልቸወንሳ ከኔን አን ሀርአ ሲፍ ኬኑ ሁንደ ኦፍ ኤገናዻን ኤጉ ድዴ፣ አባርሰወን ኩኔን ሁንድ ስ ቀቀቡ፤ ስ ልቅምሱስ፦

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    1 Yoo ati guutumaan guutuutti Rabbii Allaah keetiif ajajamtee ajajawwan isaa kanneen ani harʼa siif kennu of eeggannaadhaan duukaa buute, Rabbii Allaahan kee saboota lafa irra jiraatan hundaa olitti ol si qaba. 2 Yoo ati Rabbii Allaah keetiif ajajamte eebbi kun hundi siif taʼa; si faana deemas:

    15 Garuu yoo ati Rabbii Allaah keetiif ajajamuu baattee ajajawwan isaatii fi qajeelchawwan isaa kanneen ani harʼa siif kennu hunda of eeggannaadhaan eeguu didde, abaarsawwan kunneen hundi si qaqqabu; si liqimsus:

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.