7 Kana irratti Museen Iyyaasuu ofitti waamee fuula Israaʼel hundaa duratti akkana jedheen; "Ati sababii biyya Waaqayyo isaaniif kennuuf abbootii isaaniitiif kakatetti galuuf saba kana wajjin deemtuuf cimi; jabaadhus; biyyattiis akka dhaalan godhi. 8 Waaqayyo mataan isaa si dura ni deema; si wajjinis ni jiraata; inni si hin dhiisu yookaan si hin gatu. Hin sodaatin; abdiis hin kutatin."
Publicidade
Keessa Deebii 31:7,8
HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
7 ከነረት ሙሴን እያሱ ኦፍት ዋሜ ፉለ እስራኤል ሁንዳ ዱረት አከነ ጄዼን፤ "አት ሰበቢ ብየ ዋቀዮ እሳኒፍ ኬኑፍ አቦቲሳኒቲፍ ከከቴት ገሉፍ ሰበ ከነ ወጅን ዴምቱፍ ጭም፤ ጀባዹስ፤ ብየቲስ አከ ዻለን ጎዽ። 8 ዋቀዮ መታንሳ ስ ዱረ ንዴመ፤ ስ ወጅንስ ንጅራተ፤ እን ስ ህንዺሱ ዮካን ስ ህንገቱ። ህንሶዳትን፤ አብዲስ ህንኩተትን።"
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
7 Kana irratti Muusaan Yushuʼaa ofitti waamee fuula Israaʼel hundaa duratti akkana jedheen; "Ati sababii biyya Rabbii Allaahan isaaniif kennuuf abbootii isaaniitiif kakatetti galuuf saba kana wajjin deemtuuf cimi; jabaadhus; biyyattiis akka dhaalan godhi. 8 Rabbii Allaahan mataan isaa si dura ni deema; si wajjinis ni jiraata; inni si hin dhiisu yookaan si hin gatu. Hin sodaatin; abdiis hin kutatin."
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.