15 Akka atis biyya Gibxitti garba turtee fi ergasii immoo Waaqayyo Waaqni kee harka jabaa fi irree diriirfameen achii si baase yaadadhu. Kanaafuu Waaqayyo Waaqni kee akka ati Sanbata eegdu si ajaje.
Publicidade
Keessa Deebii 5:15
HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
15 አከ አትስ ብየ ግብጥት ገርበ ቱርቴፊ ኤርገሲሞ ዋቀዮ ዋቅንኬ ሀርከ ጀባፊ እሬ ድሪርፈሜን አቺ ስ ባሴ ያደዹ። ከናፉ ዋቀዮ ዋቅንኬ አከ አት ሰንበተ ኤግዱ ስ አጀጄ።
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
15 Akka atis biyya Gibxitti garba turtee fi ergasii immoo Rabbii Allaahan kee harka jabaa fi irree diriirfameen achii si baase yaadadhu. Kanaafuu Rabbii Allaahan kee akka ati Sanbata eegdu si ajaje.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.