13 kunis waan hamma hundi keenya tokkummaa amantiitii fi tokkummaa Ilma Waaqaa beekuu bira geenyutti, akka guddannee sadarkaa guutama Kiristoos bira gaʼuudhaan namoota bilchaatoo taanuuf.
Publicidade
Efesoon 4:13
HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
13 ኩንስ ዋን ሀመ ሁንድኬኘ ቶኩማ አመንቲቲፊ ቶኩማ እልመ ዋቃ ቤኩ ብረ ጌኙት፣ አከ ጉደትኔ ሰደርካ ጉተመ ክርስቶስ ብረ ገኡዻን ነሞተ ብልቻቶ ታኑፍ።
- KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
13 kunis waan hamma hundi keenya tokkummaa amantiitii fi tokkummaa Ilma Allaaha beekuu bira geenyutti, akka guddannee sadarkaa guutama Al-Masiihii bira gaʼuudhaan namoota bilchaatoo taanuuf.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.