Pular para o conteúdo
Publicidade

Efesoon 4:2-6

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

2 Guutumaan guutuutti gad of qabaa; garraamota taʼaa; obsa qabaadhaa; jaalalaanis wal dandaʼaa. 3 Hidhaa nagaatiin tokkummaa Hafuuraa eeguuf carraaqaa. 4 Akkuma yeroo waamamtanitti gara abdii tokkootti waamamtan sana, dhagna tokkoo fi Hafuura tokkotu jira; 5 Gooftaa tokko, amantii tokkoo fi cuuphaa tokkotu jira; 6 Waaqaa fi Abbaan waan hundaa, inni waan hundaa ol taʼe, kan waan hunda keessatti hojjetuu fi kan waan hunda keessa jiru tokkichatu jira.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    2 ጉቱማን ጉቱት ገድ ኦፍ ቀባ፤ ገራሞተ ተኣ፤ ኦብሰ ቀባዻ፤ ጃለላንስ ወል ደንደኣ። 3 ህዻ ነጋቲን ቶኩማ ሀፉራ ኤጉፍ ጨራቃ። 4 አኩመ ዬሮ ዋመምተንት ገረ አብዲ ቶኮት ዋመምተን ሰነ፣ ዸግነ ቶኮፊ ሀፉረ ቶኮቱ ጅረ፤ 5 ጎፍታ ቶኮ፣ አመንቲ ቶኮፊ ጩጳ ቶኮቱ ጅረ፤ 6 ዋቃፊ አባን ዋን ሁንዳ፣ እን ዋን ሁንዳ ኦል ተኤ፣ ከን ዋን ሁንደ ኬሰት ሆጄቱፊ ከን ዋን ሁንደ ኬሰ ጅሩ ቶክቸቱ ጅረ።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    2 Guutumaan guutuutti gad of qabaa; garraamota taʼaa; obsa qabaadhaa; jaalalaanis wal dandaʼaa. 3 Hidhaa nagaatiin tokkummaa Hafuuraa eeguuf carraaqaa. 4 Akkuma yeroo waamamtanitti gara abdii tokkootti waamamtan sana, dhagna tokkoo fi Hafuura tokkotu jira; 5 Gooftaa tokko, amantii tokkoo fi cuuphaa tokkotu jira; 6 Allaaha fi Abbaan waan hundaa, inni waan hundaa ol taʼe, kan waan hunda keessatti hojjetuu fi kan waan hunda keessa jiru tokkichatu jira.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.