Pular para o conteúdo
Publicidade

Baʼuu 25:10,16-18,21

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

Taabota

10 "Isaan muka laaftoo irraa taabota haa tolchan; taabonni sunis dhundhuma lamaa fi walakkaa dheerata; dhundhuma tokkoo fi walakkaa balʼata; dhundhuma tokkoo fi walakkaa ol dheerata ture. 16 Atis dhuga baʼumsa ani sitti kennu Taaboticha keessa kaaʼi.

17 "Warqee qulqulluu irraa teessoo araaraa tolchi; dheerinni isaas dhundhuma lamaa fi walakkaa, balʼinni isaa immoo dhundhuma tokkoo fi walakkaa haa taʼu. 18 Moggaa lamaan teessoo araaraa irratti warqee tumame irraa Kiirubeelii lama tolchi. 21 Teessoo araaraa sana taaboticha irra kaaʼi; dhuga baʼuu ani sitti kennu immoo taaboticha keessa kaaʼi.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    10 "እሳን ሙከ ላፍቶራ ታቦተ ሃቶልቸን፤ ታቦትን ሱንስ ዹንዹመ ለማፊ ወለካ ዼረተ፤ ዹንዹመ ቶኮፊ ወለካ በልአተ፤ ዹንዹመ ቶኮፊ ወለካ ኦል ዼረተ ቱሬ። 16 አትስ ዹገ በኡምሰ አን ስት ኬኑ ታቦትቸ ኬሰ ካእ።

    17 "ወርቄ ቁልቁሉራ ቴሶ አራራ ቶልች፤ ዼርንሳስ ዹንዹመ ለማፊ ወለካ፣ በልእንሳሞ ዹንዹመ ቶኮፊ ወለካ ሃተኡ። 18 ሞጋ ለማን ቴሶ አራራረት ወርቄ ቱመሜራ ኪሩቤሊ ለመ ቶልች። 21 ቴሶ አራራ ሰነ ታቦትቸረ ካእ፤ ዹገ በኡ አን ስት ኬኑሞ ታቦትቸ ኬሰ ካእ።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    10 "Isaan muka laaftoo irraa taabota haa tolchan; taabonni sunis dhundhuma lamaa fi walakkaa dheerata; dhundhuma tokkoo fi walakkaa balʼata; dhundhuma tokkoo fi walakkaa ol dheerata ture. 16 Atis dhuga baʼumsa ani sitti kennu Taaboticha keessa kaaʼi.

    17 "Warqee qulqulluu irraa teessoo araaraa tolchi; dheerinni isaas dhundhuma lamaa fi walakkaa, balʼinni isaa immoo dhundhuma tokkoo fi walakkaa haa taʼu. 18 Moggaa lamaan teessoo araaraa irratti warqee tumame irraa Kiirubeelii lama tolchi. 21 Teessoo araaraa sana taaboticha irra kaaʼi; dhuga baʼuu ani sitti kennu immoo taaboticha keessa kaaʼi.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.