Pular para o conteúdo
Publicidade

Baʼuu 26:1,7,14,15,31,33

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

Dunkaana Qulqulluu

1 "Golgaawwan kudhan kanneen quncee talbaa gaarii foʼamee fi kan kirrii bifa cuquliisaa, dhiilgee fi bildiimaa irraa hojjetamaniin dunkaana qulqulluu hojjedhu; golgaawwan sana irrattis ogeessi harka qajeelu tokko kiirubeelii haa hojjetu.

7 "Haguuggii gubbaa dunkaana qulqulluu irra jiru haguuguufis golgaawwan rifeensa reʼootaa kudha tokko hojjedhu. 14 Dunkaana sanaafis irra buusaa kaldhee korbeessa hoolaa kan halluu diimaa cuuphame, isa irraan immoo irra buusaa gogaa duugamee hojjedhu.

15 "Dunkaana qulqulluu sanaafis muka laaftoo irraa tuggeewwan qaqqajeeloo hojjedhu.

31 "Kirrii bifa cuquliisaa, dhiilgee, bildiimaa fi quncee talbaa haphii irraa golgaa tulchi; golgaa kana irrattis ogeessi harka qajeelu tokko fakkii kiirubeelii haa tolchu. 33 Golgaa sana hokkoowwanitti rarraasiitii taabota kakuu seeraa immoo dugda isaa duubaan kaaʼi. Golgaan sunis Iddoo qulqulluu, Iddoo Iddoo Hunda Caalaa Qulqulluu taʼe sana irraa addaan baasa.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    1 "ጎልጋወን ኩዸን ከኔን ቁንጬ ተልባ ጋሪ ፎአሜፊ ከን ክሪ ብፈ ጩቁሊሳ፣ ዺልጌፊ ብልዲማራ ሆጄተመኒን ዱንካነ ቁልቁሉ ሆጄዹ፤ ጎልጋወን ሰነረትስ ኦጌስ ሀርከ ቀጄሉ ቶኮ ኪሩቤሊ ሃሆጄቱ።

    7 "ሀጉጊ ጉባ ዱንካነ ቁልቁሉረ ጅሩ ሀጉጉፍስ ጎልጋወን ርፌንሰ ሬኦታ ኩዸ ቶኮ ሆጄዹ። 14 ዱንካነ ሰናፍስ እረ ቡሳ ከልዼ ኮርቤሰ ሆላ ከን ሀሉ ዲማ ጩጰሜ፣ እሰ እራንሞ እረ ቡሳ ጎጋ ዱገሜ ሆጄዹ።

    15 "ዱንካነ ቁልቁሉ ሰናፍስ ሙከ ላፍቶራ ቱጌወን ቀቀጄሎ ሆጄዹ።

    31 "ክሪ ብፈ ጩቁሊሳ፣ ዺልጌ፣ ብልዲማፊ ቁንጬ ተልባ ሀጲራ ጎልጋ ቱልች፤ ጎልጋ ከነረትስ ኦጌስ ሀርከ ቀጄሉ ቶኮ ፈኪ ኪሩቤሊ ሃቶልቹ። 33 ጎልጋ ሰነ ሆኮወንት ረራሲቲ ታቦተ ከኩ ሴራሞ ዱግደሳ ዱባን ካእ። ጎልጋን ሱንስ እዶ ቁልቁሉ፣ እዶ እዶ ሁንደ ጫላ ቁልቁሉ ተኤ ሰነራ አዳን ባሰ።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    1 "Golgaawwan kudhan kanneen quncee talbaa gaarii foʼamee fi kan kirrii bifa cuquliisaa, dhiilgee fi bildiimaa irraa hojjetamaniin dunkaana qulqulluu hojjedhu; golgaawwan sana irrattis ogeessi harka qajeelu tokko kiirubeelii haa hojjetu.

    7 "Haguuggii gubbaa dunkaana qulqulluu irra jiru haguuguufis golgaawwan rifeensa reʼootaa kudha tokko hojjedhu. 14 Dunkaana sanaafis irra buusaa kaldhee korbeessa hoolaa kan halluu diimaa cuuphame, isa irraan immoo irra buusaa gogaa duugamee hojjedhu.

    15 "Dunkaana qulqulluu sanaafis muka laaftoo irraa tuggeewwan qaqqajeeloo hojjedhu.

    31 "Kirrii bifa cuquliisaa, dhiilgee, bildiimaa fi quncee talbaa haphii irraa golgaa tulchi; golgaa kana irrattis ogeessi harka qajeelu tokko fakkii kiirubeelii haa tolchu. 33 Golgaa sana hokkoowwanitti rarraasiitii taabota kakuu seeraa immoo dugda isaa duubaan kaaʼi. Golgaan sunis Iddoo qulqulluu, Iddoo Iddoo Hunda Caalaa Qulqulluu taʼe sana irraa addaan baasa.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.